Oromo (PDF: 1930KB/1 page)

Tamsa’ ina jarmootaa isin fi namoota biraa dhukkubsan ittisaa!
Qufaa keessan
haguuggadhaa
Ennaa qufaatan
ykn haxxifattan
afaan fi funyaan
kessan waraqaa
qulqullinaatin
haguugaa
ykn
harka uffata keessan
gubbaa kessatti
qufa’aa ykn
haxxifadhaa malee
harka keessantti hin
fayyadaminaa.
Warqaa qulqullinaa itti
fayyadamtan bakka kosii itti
darban keessa kaa’aa.
Namoota biraa eeguf jecha
maaskii kutaa baqaqsanii
hodhuu mana yaalaa akka
kaayyattan gaafatamu
keessan ni malata’a.
Erga qufaatan ykn haxxifattan booda
Harka Keessan
Qulqullessaa.
Minnesota Department of Health
625 N Robert Street, PO Box 64975
St. Paul, MN 55164-0975
651-201-5414 TDD/TTY 651-201-5797
www.health.state.mn.us
Harka keessan
saamunaa fi
bishaan ho’aan
dhiqadhaa
ykn
qulqullessaa
harkaa alkoolii
qabun
qulqulleessaa.
Minnesota
Antibiotic
Resistance
Collaborative
IC#141-1428