Oromo (PDF: 1100KB/1 page)

Tamsa’ ina jarmootaa isin fi namoota biraa dhukkubsan ittisaa!
Qufaa keessan
haguuggadhaa
Warqaa qulqullinaa itti
fayyadamtan bakka kosii itti
darban keessa kaa’aa.
Ennaa qufaatan ykn
haxxifattan afaan fi
funyaan kessan
waraqaa qulqullinaatin
haguugaa
ykn
harka uffata keessan
gubbaa kessatti
qufa’aa ykn
haxxifadhaa malee
harka keessantti hin
fayyadaminaa.
Erga qufaatan ykn haxxifattan booda
Harka Keessan
Qulqullessaa.
Harka keessan
saamunaa fi
bishaan ho’aan
dhiqadhaa
Minnesota Department of Health
625 N Robert Street, PO Box 64975
St. Paul, MN 55164-0975
651-201-5414 TDD/TTY 651-201-5797
www.health.state.mn.us
ykn
qulqullessaa
harkaa alkoolii
qabun
qulqulleessaa.
Minnesota
Antibiotic
Resistance
Collaborative
11/2006
IC#141-1428