Disaster Quick Tips: Basic Home Re-entry – Oromo Minnesota Department of Health 03/17/2010 Gorsa Bala Irraa of Eggachuuf Ta’an: Bu’uura Mana Deebianii Seenan Nageenyii Jalqba Ijaarsa lolaan seenee ture utuu hinseenin dura of eeggadhaa. Daaraa simmintoo fi cirrachaan waliin makame, waraqaa gidduutti goggoge, siilingii kufuu danda’u irraa of eeggadhaa. Kophee jabaa keeyyadhaa Milli baqaqe balaan booda madaa’uun isaa ni mala. Ifa baatriitti fayyadamaa Baatrii harkaa ykn ifa baatrii qabaadhaa yoo yeroo gebaabduuf ta’e. Bakka balaan abiddaa ga’e barbaadaa Erga bishaan guutee lola’ee booda abiddi ka’uun beekamaadhaa. Warra kanaan gadii caqasaa: Toraa gaasiin keessa darbu cabuu isaa ykn dhimmisuu isaa Shiboo elektrikaa bishaaniin xuqamuu isaa Bakka itti abidaa bobeessan, kan human elektriikin hojetan lolaa jala oluu isaanii Kan abdidaa qabachu danda’an ykn kan dhowan Gaaziin yaasu/dhimmisu Yoo gaaziin isnitti cinca’ee ykn kan bubbisu ykn huursu ta’e: Daddafii manicha keessaa ba’aa Vaalvi (banaa fi cuffaa) ala jiru yoo dandeessan cufaa. Bakka ciinca’u sana irraa fagaadhaati kubbaaniyaa gaazii waamaa. Environmental Health Division 625 Robert St. North, PO Box 64975 St. Paul, MN 55164-0975 651-201-5000 www.health.state.mn.us Sababa ta’ef yoo gaazii sana cuftan, ogeessi deebisee banuutu irra jira. Haada/gamada qubate barbaada Bishaan keessa hin ejjetinn a yoo: Kan balaqisu, kan cite ykn kan walrige Shiboo kan haguuge yoi ciinca’e ykn Jabsaa dhaansuun yoi barbaachise Nama elektrikii hojjetu ogeessa gargaarsaaf waamaa. Bakka saaxinii ibsaa dhamsan miidhaa malee hin gagabdu ta’e dhaamsaa. Bishaan beezmenttii seene suuta jedhaa banaa Bishaan beezmeentii seene suuta waraabaa cichaan beezmeentii akka hin badneetti bishaan harka 3 harka tokko guyyaa guyyaatti waraabaa. Humni bishaan biyyoo keessaa yoo daddaftanii waraabdan malee cichaa beezmeentii cacabsuu hindanda'aa. Caaffatni kun arfii guguddaan, Braillin, ykn teephitti waraabame yoo feetan lakk 651-201-5000 ykn 1-800-657-3908 warra duudaadhaaf, ykn warra dhaga’uuf rakkoo qaban TTY 651-201-5797 bilbilaa.
© Copyright 2026 Paperzz