Oromo Large Print

Heraffi Serra Biyooleeesa Edoo
MEDIKEERI/MEDIKI’EDI KESSATI EDOOWAN NARSIN
OGUMAN ISSA NI RAGEEFAMUF YKN EDOOWAN
NARSII
Jirantooni hundinuu kan edoo tajajiila waldhansa faya yeroo
dheera kessa jiiratanif, hamma issan barbachisseef aka tajjajiila
akkargattan seeri biyooleesatif kan kuttale mirgga
nimirkaneesuf.
Mirigii kun seera biiyoleesatiif kan kutta [MN] jalla kan jiiru
yota’uu hojii’ra kan olu, jirratotaa edoo1 tajajiila kana keenufi
sagantaa Mediki’edi ykn Medikeerin qabachu issanii kan
birkanaweedhan.
Miirga Jiratoota
Jiratan kumilee miirga oofbeeksissu, murtii mata issa
murteefachuufi, walqunnamtii namoota achi jiratanif ykn edoo
tajjajila addada kennanitii qunamu danda’aa. Edoon jirenya
kuni mirga jiratoota egufifi siriit beksiisu dirqamma yoqabatuu,
mirgoota asiin gaditii argamman kanufkeesatii qabatuu ta’a:
Galmee kanna kessatii, jechii “eedoo” jechuun eedoo
ogeesoon tajjalilii fayya hayyama qabban ykn kunuunsii jirru
jechuudha.
1
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
Mirgatii Dhiima Bahuu
1. Nami tokoo akka jirrata edookannatitii ta’ee akka lamii ykn
jiirata USAti mirga asiiti tajjajilamuu gafachu danda’aa.
2. Jiiratan kun fedhii isatiin, dhiba tooko malee, wanta tokoo
otoo hinsodatiin mirga issatitii dhima bahaa.
3. Akka seera kutta [MN] kananatiti, jiirata tokoo miirga issatiiti
dhiima ba’uu kan hidandeenyee yota’ee, namni mana seera
kutta kannatin bakka bu’uun became mirga jirattotoo edoo
kannatiin falmachuu danda’aa.
4. Yo jirratan tooko Mana Murtii kutta [MN] kanatiin serran aka
ofi dubachuu aka hindandeenyee hinbirkaniien ykn offi
dubachu akka hindandenyee, garu, ogessi seera, miirgaa
jirrata kana akka seera kutta kannatiin mirga jirataa kannatif
nidhabataf.
Galmee Tohachuu
1. Jiraatan ykn jiratuun Edoo kana ykn bakka bu’aan issa ykn
ishii galmee faya affaanuman ykn bareefaman, galmee issa
ykn ishii kilinika gafachu danda’aa, gafatee sa’aa 24 kessat
argachuu mirga qaba (kuni guyya sanbattanitiif guyya ayanna
kan amatee miti); fi
2. Galmee ofi xixalludhaf hergafudhateen boda, koopi gatii
jiratootaa nanoo sanitiin ol kantanee kan godhamuf guyya
hojii 2 durra gafachuu qaba.
2
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
Hubanna Halla Faayaa
1. Naminii asit tajjalilamuu mirga affan issa gallun dhimma
fayya issa qoffa otoo hintanee wanta birotiffs hubachiisuu
qabban.
2. Galmee kanna kessati Jechii “Edoo” edoo manna narissiidhan
tajajilla argatu ykn edoo jiiiratooon gamtadhaan jirrarttanin
fudhatammmu dhabban.
Woldhanssa Diduu
Naminii as jirratuu kuni mirga tajjajailla didutiffi sirna qormssa
irrat hirmachuu diduu, tajjajilla dabalatalee diduu danda'aa.
Mirgaa Beksisufi Fudhachuu
Waajirii tajjajilla keenu kun nama issan biraa jiratuufi inbsa
barbachiisa ta'ee hunda itiihimmudhan ta'ee bareefamman
affan issa gallun mirgga, heerraf seera issa ykn ishiin jallatii
bullu qabduu, itiigaffatumma issa ykn ashii hang edoo issani
kessa jiiratan habbachiisuun barbachuussadha. Ibsii kun kan
keenamuu namma kan otoo hinfudhatiin durattii ykn yeroo
fudhachuu jalqabannin ta'aa. Kun yota'uu jijiirami you jiratee
bareefaman ta'uu qabba.
Odeefanoo Mediki’edi fi Medikeeri
1. Dhabni kun enyuu bu’a Mediki’edi akka qabbuf odeefanno
namotaa issan bira galaniied ibsuu qabban, bareefamman,
yemuu fudhatan tajjajilla dhaba Narsing ykn yeroo namni
issan birra ta'uu Mediki’edi kan argatee you ta'ee:
3
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
A. Wantotafi tajjajilii dhaba Narsining jallate arggaman seera
Mediki’edi kutaa kanna wanta'eef naminii kun jijiruu
hindanda'aa ta'a;
B. Wontoonii birotiif tajjajiilli dabalataa dhabnii kun keenuu
garuu, naminii as jiiratuu kaffalluu kanqabuu haggam
akkakaffalaniss bekamuu qabbufi; fi
2. Dhabanii kun wanta kaffalufii tajjajilla keenamuuf nama as
jirratuu kannaf ibsuu qabba.
3. Dhabinii kun duran dursee odeefanno gaha ta’ee nama issan
bira jiirachuf demuu keenu qbba, ykn yerooma namni manna
issaniti galchuu jii’ran, tajajiila kaffaltii adda kaffaludhaan
jiratoonii argatan akka danda’as ibsafii, garuu tajjajiilla
kannaf Medikeeriin kan hinkallafnee ykn gatiin kun dhabata
tajajilla kannatiin kan mur ta’uu ta’uu hubachissa.
Mirgga Seera Bareefaman Ibsuu
1. Dhaban tajajjillu kun mirgga heerran kennamee kan wonta
assii gadii ka ukessa qabuu ta’aa:
A. Heerra qabbenya galii dhunfa ibissafi tiksuu.
B. Ibsii kun halla naminii tokkoo Mediciad argachuu
danda’uuf wantaqanachuu qabuuf tartibba wantii kun itii
rawatammu qindeessa, qoraanoo Social Securty Act kuta
1924C jallatii godhameef gafatee mirkaneesuun,
buuereesuuf halla naminii lama hawaassa kessa itiin
jiiratuufi qabenyaa itiinqoddamanfi, halla kaffaltii
waldhansa fayya hadha nama ykn abamantiif halla
Mediki’ediiin kaffaluun mijeesaaf;
4
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
C. Maxxanuu maqaa, tessoo fi lakoofsa bilbilaa dhaabota
mootummaa, dhaabota mirga warra gargaaraniiff
falman warra akka hayama keennanii fi “State
ombudsman", warra mirga namaatiif falman fi warra
waan miliqe yks hatame ifaatti baasan hunda
qabaachu qaba; fi
D. Jecha yks hayama namnii iddoo itti gargaaramu yks
tajaajilamu tokko rakkoon, midhaan fi gatamun yoo
irra ga'ee, horiin gargaarsaaf murtaa'es karaa malee
yoo ba'e fi qajeechifam motomma biraa kenname hojii
irra yoo hin olchine motummaa State tti iyyachuu akka
danda'u kan mullisu.
2. Dhabanii tajjajilla keenu kun odeefanno kanna bareeffaman
edoo dhabbataf muldhach dandauuti olkawachuu qabba;
namma manna issanii galuufi hojjatuu ibssa gahata’ee affanin
ta’ee bareefaman akkamit akka iyyataniff bu’aa Medikeeri
and Mediki’edi hubachiisufi debii qarshii tajjajilla arman
duraa hargatani fudhachuu qabban.
Dursan essa akka deeman Bekuu
1. Namni as jirratuu mirgaa odeefanoo issan bira bahee
demmuu danda’uu qabbachuu yo qabbu, herraa manna
kanna akkamit hojiira aka oluu seera qajeelchamma eddo
demmu dandaan bareefaman argachuu qaban.
2. Naminii as jiiratuu mirga essa akka demuu danda’uu
karorfachuu dand’aa.
5
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
Doctorra Tajajilla kennu
1. Namini as jirtuu doctoraa issa tajjajillu filachuu danda’a.
2. Dhabinii waldhansaa kun maqaa ogeesotatiif, ogumma adda
issan qabbanifi, akkamin argachunii akka danda’an odeffanoo
namma issan birra jirrattanif kennuu qaaban.
Ibsa Jijiirama
Edoon tajjajilla kennu kun jiijiiraan tokko yo jiiratee
hattantamman odeefonoo haraha nama issan birra jiiratuufi
ibsuu qaba; ogessa fayya nama kanna nimaiiachissas; namini
kun bakka bu’aa seeran bakka bu’ee yo qabatee ykn matii
dhimma kanna bekuu issa barbachiisuuf ibsu:
A. Jirrata mana kanna irrs muddan hubatii guda
kandhaqaabee ta’ee, ogeesi fayya qorranoo gudhuu kan
issa barbachiisuu yo ta’ee;
B. Jiijiirramni guddan qamma, sammuu, ynk illal’cha nama
kanna irratii argame;
C. Woldhansii dabalta kan kenamuu yo ta’ee akkata
barbachiisumma issatin dabaluufi; ykn
D. Murtiin nama kanna edoo biro dabarsuun ykn bassun
barbachissa yota’ee.
6
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
Jijiira Gola ykn Nama Gola Wojiin Jiratanii
Jiirattan nama kanna mirga duran dursee ibssa jiijirramsaa
gollatiif nama issa wojiin gallu argachuu qabba.
Galii Dhunfaa
1. Jiirata kun qabenya issa hunda toohachuuf mirga qabba,
dhabnii kun malaqaa nama issan birra jiratuu bank ufiitii
kuffachuu hindanda’uu.
2. Yemuu namii as jiirtuu kun hayyameef, dhabinii bulchinssaa
galii nama kanna qabuu, olkawachuu, tohachuu fi,
itigafatumma fudhachuun bajata nama kanna kan mani kun
tohachuu wijiin alkayatee tohachuu danda’aa.
A. Mani tajjajilla kun qabenyaa qarshii $50 ol kan ta’uu ta’ee
kophatii kuffata adda kan dhalla qabuuti alkuufachachuufi
yo qabatii dhaltii argamus achumma kessa achuuma
ta’uufi qaba.
B. Manii tajjajilla kenu kuni qabenya qarshi $50 kan
hincaalee namii issan biraa jiratuu yoo qabatee, qarshii
kanna kufatta dhalla hinqabneetii ykn kandhallakabuti,
ykn qarshi issani kan sochii xixiqoofi olkawaatanii wojiin
alkawachuu danda’a.
3. Mani tajjajilla kuni qabeenya namootaa issan biraa jiirataniif
kuffata adda kan seera tohatinse kuffata qabenya idil
adunyatiiin fudhatamma qabuun qophesse, hordofii
7
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
ammansissaa ta’ee qabenya nama issan bira galuu akkana
tohachufii qabban.
A. Tarsimmon kuni galii biro kan nama kantiif garaa ykn
namma achii jirratuura dhuffuu fudhachuu diduu qaba.
B. Galmeen qabenya dhunfa nama as galuu kunn ji’aa afuur
afuriinin qophahuu yoqaabuu, abichii ynk bakkabu’aan
issa ykn ishii yo gafatee kenammufii qaban.
4. Namini issan bira galuu kun kan du’ee yota’ee, dhabini
tajjajiilla kenuu kuni galmefi qarshi waliti qabee guyya 30
kessatii qamma mana murtii dhimma akkana murt’eesutii
dabarsee kenuu qabba.
Bekisiissa Takoo Tokko Akka Wolgituu/Bu’aa
Mediki’edi Irra Wanta Nama Dangessu Danda’a
Mani tajjajilla kun namotaa Mediki’edi argatan hundafuu
ibsuufii qaban:
1. Yemuu kufani qabeenya nama as jirratu dangaa deegarsii
Supplemental Security Income (SSI) qarshii $200 gadii bu’ee,
galiin nama tokooirratii kan murta’ee yo ta’eef, fi
2. Qabenyii galme kufataa kessa jiiru kan qarraxinii irra
hinbanee, SSI kancaluu ta’ee, bu’aa Mediki’edi argachuu
dhabuu nimalla.
8
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
Wabii Qabenyaa Mirkaneessu
Wajiira kun qabenya namini issan biraa alkawatuuf wabii bondii
bituu qaba, ykn wabii ammansissa ta’ee “Wajiira Kutaa
Tajajiila” fayyafi hawwasumma muldhisee wabii ammansisaa
ta’ee qabenya nama issan biraa olkayataa jiruf mirkanessu
qaba.
Kafaltii Kufata Qabenya Dangeesu
1. Wajirichii kun kafaltii Madicaisii ykn Medicaridhan
kafaalamuu danda’a qabeenya dhunfaa iraa muree kafaluu
hindanda’uu (yo akka irramuramuu akka qodda kafalitii
kanegamu ta’eef male).
A. Tajjajiili Medikeeri ykn Mediki’edi kan ofkessatii ammatuu
ta’aa. Yemuu manii kun Medikeeri Mediki’edi qabbacha
edo’oo kan kanjiiratuu ta’ee tajjajilla assigadiit argamuuf
kafaltii adda hinkafalchiisuu:
a. Tajjajilla Narsiin kenituuf
b. Tajjajila nyata
c. Sagantalee sochii ada aadatif
d. Suphiinsa Mana jiirenyatif/sireef
e. Wanta adda ada kan qulqulinna dhunfatif guyan guyyatii
nama issan birra jiiratuuf kan barbarchiisu kan uf
kessatii hamatuu yota’uu, garuu wanta asii gadii jiirutii
kan hindangoffinee ta’aa
9
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
• qulqulinna rifeesatifi wanta barbachiisuu, fillaf,
brusha
• samunna qaamma, samuuna adda, infectionii akka
itiisuuf qullquliinna addatif kan barbachisuu yo ta’ee,
rakinna infectionii qamma akka itiisuu ta’uu kan
errame yoo ta’ee
• mulaciif, samunna iitiin hadachu
• rigaa, samuunaa ilkaanii, happee ilkaan namnii tolche
iddotti qabu, kan ilkaan sobaa kan namaaan hojetame
qulleessu fi shiboo ilkaan gidduu qulleesu
• qibatii qamma lafissu
• qulqulessa man fincanii, mesha, qamma
• urgo bobaa
• wantoota yero gabbabaf iti fayyadamnee ykn wanta
harkaf affaniin haqaanuu KKF
• fooxaa qammatiif, fooxaa xixiiqa, harkoo
• dawa ajjaja ogessa fayya malee bitachuu danda’aamu
• tajajilla qulquliina rifeensatiif qeenssa
• wan qulqulinna qammatif ta’uu, fi
• woyya micaaf dhunfatiif
f. Wantotaa tajjajiila fayyatiin walqabatuu.
10
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
B. Wontota ykn tajjajiila qabenya nama asgaluu iraa
kaffalchiifachuu danda’aamu jiruu. Arman gaditii gareefi
fakii wantotafi tajjajilla adda ada wajiiri kun qabeenya
nama issan birra galuura kafalchiisuu qabuu, yo namni
kun gaftee, wajiirii kun akkakafaltiin jirrus yoo
hubachissefi kaffaltiin kun Medikeeri ykn Mediki’edi kan
hinkaffalamne yoo ta’eedha:
• bilbiila
• televivniina, ykn Radio, wontoota wantoota faydaa
dhanfatiiff ta’uu
• wantotaa naminii barbaduu kan akka tanboo, wanta
adda adda, and kittabba KKF
• wantootaa ada ada itiin feessanif tajjajiilla manna
kana argatuu, garuu kafaltii Mediki’edi ykn Medikeeri
kan kaffaluu ol kanta’uu yo ta’ee
• woyya dhunfaa
• dhunfatii Wantiin kettaba itiin dubistuun
• keennan maqaaa dhunfatiin bittamee
• abaabof biqiiltuu adda adda walgahii
• lee hawassa edoo bashananuuf demuuf wantotaa
sagantalle asiti kennaman alati wanta kaffalamu
• tajjajiilla adda kan kaffaltii birrootiin hinkaffalamee,
narsiif ykn qarqartuuf
11
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
• golla dhunfa, tajjajiilla biritiin kan hin barbadame
(fakenyaf dhideen inii qabbu akk namma birotii), fi
• nyata akkata arra bayessa ta’een ykn halla mani
tajjajilla kun qoophessan addat akka qophahuf kan
gafat.
2. Wanta hojjatamuf tajajiila gafach.
A. Iddoon tajajiila kun jirrata kanna tasumma kaffalchiisa
hinqabu (ykn bakkabu’aa isa ykn ishii) wontoota ykn
tojajiila hingafataminif.
B. Iddoon tajaajilaa kun nama acchi kessa jiraatu akka
to'atamu, (bakka bu'aa isaa yks ishee), iddoo sana
jiraachuudhaaf wanta isa hinbarbaachifne fi tajaajila issa
yks ishee hinbarbaachifne akka gaafatu giddisiisuun
hindanda’u.
A. Iddoon tajaajila tokko nama achi jiraatu yks (bakka bu'aa
isaa yks ishee) tajaajila kennamu tokkoo fi wanta
barbaachisaadha jedhan tokkoof baasiin akka jiruu fi
baasiin suniis hammam akka ta'e beeksisuu qaba.
Wanta Dhunfatiif Ciimdii ta’ee
1. Jirratan tookoo dhimma issatiif galme fayya issa dhunfatfi
ciimmidin qabachuu qabachuuf mirgga qabba. Wontooni
dhunfaa kan ufkeesat qabban halla jiirenya mana,
waldhanssa faya, wolqunamtii bareefamatiif bilbiila, tajjajiila
dhuunfa, doohatootafi, wolqunamtii matiitiif garee namata
12
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
as jiiratani, garu, edoo tajjajilla kennu kun edoo it walgahan
kan dirqiiisiisuumit.
2. Akuuma himma 4 ffa irrati ta’eeti, jiirattan tookoo odeefanoo
issatiif galmee fayya issa edoo kanan alla namma alatiif
kennu diidu mirggan qabba.
3. Mirgii diidda odeefanoo kenuu diidiissa wantii hojii irra
hinolee yoo:
A. Jirratan tookoo addanna garra eedoo tajjajiilla fayya
birroo kan deemu ta’ee; ykn
B. Galmeen akka gadidhiissamu qamma seeratiin kan
gafattame ta’ee.
Bu’aa Qoranoo Xinxallu
Jarattan kumilee mirga bu’aa qoranoo dhiyenat bulchisii kutaffi
biyollessa adoo tajajiila irrati godhanifi wanta akafoyyahuu
qaabu bekuu qabba. Edoon tajajilla kenuu kun bu’aa qoranoo
kanna edoo jirratoonii it arguu danda’aani kayuu qabban.
Nama Mirga Mamiltotatiif Dubatu
Jiratoon tokko bakabu’aa ykn mamaillan issani kan mirga
issanitiif mormauu qunnamanii odefanoo argachuf mirga
qaban.
13
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
Hojii
Jirrattan kun mirga:
1. Tajjiajila ada adda kan eedo jiranya kun godhu diduu
nidand’aa.
2. Tajajiila eddoon kun kenuu, yo inii ykn ishhin filatee ykn
filatee, kan hojjatuu:
A. Edoon tajjajilla kenuu kun barbachisumma ykn fedhii hojii
waldhasa sagantefame nigalmessa;
B. Sagantantichii kun tajjajilii kun akkamit aka kennamun,
tollan ykn kaffaltiidhan aka kenamu wojjan basee ibisuu
qabba;
C. Kafaltii tajjajiila tokoof bahee gatii amma jiirun deebi’ee
kafalamufii qabba, fi
D. Jirrattan kun hojii sagantaa woldhanssa argachuf
woligaltee qabachuu qaba
Xallaya
Jirrattan mirgga wolqunnamtii bareefamman chimdidhan
godhachuu yodand’uu, mirgalee birrotiis of kessatii kan amatuu
ta’aa:
1. Xalaya ergufi yerodhan otoo hinbannamin argachuu qabba.
2. Tajajilla sanduqaa, xallaya barefachuu edoo jirenya kanti
kafatiin argachuu.
14
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
Mirga Doohanna Qabaachuu
1. Jirratan mirga kan yoqabbatuu, eedoon tajjajilla kun
jiiratootaffi halla armagadiitiin ibsuufi qaba:
A. Bakka bu’aa bareesotatiif;
B. Baka bu’aa bulchissa kutatiif;
C. Ogeesa faya jirata ykn dhunfatif;
D. Qondallan mirga tajajiila-yerodheera kuta kannatif;
E. Garmiyyan itiigafatumma tarsimoo namotta hirdhiina
gudiinatiffi hindhinna sammu qabaniif mirga issanii
egsisuuf dubbachuu;
F. Jirratan tokoo miriga matiif ykn faotaan issatiif asiin duraa
kenee yomilee wakachu ykn halu, fi
G. Sababaa barbachisaa ta’een mirga jiratta qabuu
dangeesuu, wakachuu ykn waligaltee durran jiruu yeroo
barbadee kassuu, nama jirrataa kana birra aka dhufu
hayyamameef.
2. Edoon tajajiila keenu Kun hayamma namottafi jarmiyalee
tajjajilla keennan, ogessota fayya, hawwasuuma, seera ykn
tajajiilla adda adda jirrataf kan keennan, yeroo barbaddanit
jirattan kun hayamma issa dhorgachuu ykn kassuu danda’aa.
Naminii Seeran Dhimma Kana Lalu Galme Mana
Fayatiff karra iti Qabachuu
Edoon tajjajila kennu kunif jiiratan hayamee, namoota seeran
bakka bu’ee wanta barbachissa ta’ee galmee fayya
15
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
akkaqorratamu kangodhe jirrtan ykn bakka bu’aa seera, halla
itiifuufun seera kutta [MN] nanotiin.
Bilbiila
Jirrattan mirga sarrara wolqunamti telephonna halla
amamnsissa ta’een argachuu qaba.
Qabeenya Dhuunfaa
Jiraatonni mirga qabeenya dhuunfaa ofi bira tursuu fi dhimmi
itti bahuu qabu, isaan kunis meesha mana ittin bareechan,
uffannaa/huccuu akka lafti keeyatan jiraateti, isa kana gochuun
kan hin danda’amne yoo mirga ykn fayyumma fi nageenya
jiraaatota biraa hin tuqu ta’eedha.
Abba Warraa fi Haadha Warraa
Jiraatan mirga haadha warraa ykn abba warraa waliin kutaa
tooko keessa jiraachuu qabu yoo bakka jireenya tokko keessa
jiraatan fi lachuu irratti walii galan.
Qoricha/Daawa Ofiin Fudhachuu
Jiraatan qoricha/daawaa ofiin fudhachuu ni danda’a ta’a
yoo daawa fudhachuun jiraata kanaa gurmuu kan to’ataniin
akka dandamuu fi gaagaa’ama hin qabu jadhamee murta’e.
16
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
Kutaa Jijjirachuu Tokko Tokko Diduu
1. Jiraatan bakka jireenya kana keesatti mirga kutaa tokko kutaa
biraati jijjiramuu diduu qaba, yoo bakka bakkati jijjiraan kun:
A. Yoo bakka muuxanno wallansaa gaariin bakka jiru irraa
bakka dandeeti walaansaa gaariin hin jire ta’eti jijjiran
ta’e, ykn
B. Jiraatan bakka jireenyaa namoota dadhaboo addaan
qoodame irra bakka adaan namoota tajaajila dandeeti itti
kenamuti dabarfamuu.
2. Jiraatoti mirga isaanii kanatti dhimma ba’uun haala kana
keesatti bakka tokko bakka biraati jijjiramuu diduu ni
danda’u inn kun karaa Midikerii fi Medikeedidi dantaa isaan
argachuu malan hambisuu hin danda’u.
Fudhatamuu, Dabarfamuu fi Baasuu
1. Baki jireenya kun jiraatoti mata mataan akka isaan baka
jireenya kana turan heeyyamuun dirqama bakka kanaa akka
isaan bakka biraati hin dabarfmne ykn hin galfamne kan
gochuun danda’amuu:
A. Bakka biraati dabarfamuun ykn baasuu nageenya fi
jiraatootaaf waan barbaachisu bakka kanatti kennuun hin
danda’amu yoo ta’e;
B. Bakka biraati dabarfamuun ykn baasuu yoo qajeelaadha
fayyummaan jiraataa kanaa akka gaariiti waya’ee tajaajili
17
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
hin barbaachisu ta’e. Yoo nageenyi jiraatotaa gaaga’ama
irra jiraate;
C. Yoo nageenyi jiraatotaa bakka jireenyaa kanaa gaaga’ama
irra hin ba’a ta’e;
D. Yo namonii ogeesoon fayya hubaatiif tokkof kan saxiillan
ta’ee;
E. Yoo erga jiraatan kun bakka namooni dadhabooon itti
gargaaraman kana erga galee booda Medicadiin
haayyamameef, bakki jireenya kun hanga Medikeedii
jalati hayyamamuu qofa kafalchiisu qaba, ykn
F. Yoo bakki jireenyaa kun cufame.
2. Bakki jireenya kun bakka biraati dabarsuu ykn baasuu dura
kan gochuun irra jiraatu:
A. Jiraata fi yoo beekame maati ykn nama seeran jiraata
bakka bu’eti sababa bakka biraati dabarfamuu ykn
basamuu jiraata kanaa barreefamaan akkasumas afaan
hubachuu danda’amuun beeksifamuu qaba.
B. Sababni isaas galmee fayyummaa jiraata keessati
galma’a.
3. Beeksifni barreefamaan kennamu kun kan kanaan gaditti
kana of keessaa qabaachuu qaba:
A. Sababa bakka birraati dabarfame ykn gadhiisame;
B. Bakka biraati dabarfamuun ykn gadhisamuun kun yoomi
ka’ee hojii irra akka oolu;
18
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
C. Bakka jiraatan kun itti dabarfame ykn gaddhiisame;
D. Bareefama mirga jiraatan kun iyyanaa olii mootummaati
dhiheefachuu danda’uu isaa;
E. Maqaa, teeso, Lk. bilbilaa mootummaa bakka yeroo
dheeraaf itti tajaajilamaan ilaalchisee rakkaina jiruu itti
himatan (ombudsman);
F. Jiraatota bakka namooni dadhabii qaban itti gargaaraman
keessa namooni hirina guddina qaamaa qabaniif, teesoo fi
Lak. Bilbilaa dhabilee itti gaafatama fi eegduu fi namoota
hirina guddina qamaa qabaniif warri falman; fi
G. Jiraatota bakka namooni dadhabii qabanii rakkina
sammuu qaban teeso fi Lak. bilbilaa dhabilee itti
gaafatama eeguu fi falmaa namoota dhukkubi sammuu
qabanii.
4. Yeroo iti beeksisuun ta’u.
A. Beeksisii bakka biraati dabarsuu ykn baasuu guyyaa 30
utuu bakka biraati hin dabarsin ykn hin baasin ta’uun
dirqama.
B. Yoo namnii tajaajilamu tokko iddo tajaajila kennu sana
keessa guyyaa 30 hinjiraanne ta'e beeksisii iddoo
tajaajilaa sanaa baasuu yks iddoo biraatti geeddaruu
hamma danda'amutti akka qajeelcha 1 (A- F) kenname
ta'uu qaba.
19
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
C. Bakki jireenya kun jiraatotaaf qophee fi hubannaaf yeroo
ga’a akka sirnaaf nagaana isanii eegamee bakka bakkati
dabarfaman ykn bahan gochuuf.
Beeksisa Imaamata Siree Qabanii Tursuu fi
Deebisanii Fudhachuu
1. Utuu bakki namooni dadhaboon yeroo dheeraaf itti
tajaajilaman jiraata hospitaalati ykn jiraatan maati do’achuuf
deemu, Bakki jireenya kun bareefamaan odeefannoo
jiraataaf kennu qaba:
A. Seeri akka karoora mootummati yeroon siree itti qabanii
tursan, yoo jiraate, jiraatan yeroo kana akka bakka
namooni dadhaboon itti kunuusifaman kanati deebi’anii
jiraatan heeyamamaaf; fi
B. Seeri siree qabanii tursuu bakki namooni dadhaboon itti
kunuunsifaman kun akka jiraatoti deebi’an hayyamuu.
2. Yeroo jiraatan hospitaalatti dabarfamu ykn maati gafachuuf
deemu, bakki namoota dadhaboo itti kunuunsan kun
barreefamaan seera yeroo hagamiif siree qabanii tursuu
maati ykn nama seeran bakka bu’eti kennu qaba.
3. Bakki namoota dadhaboo itti kunuunsan kun seera akkataa
jiraatoni hosiptaala turanii ykn maati bira dhaqanii
yoo ogaa siree qabanii tursuu kennameef oli turan lafa
keewatee hordofuun dirqiidha; akka sireen argameen
deebisee fudhachuun yoo jiraataan:
20
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
A. Tajaajila bakki kun kennu yoo barbaade; fi
B. Tajaajila Medikeedi bakka namooni dadhaboon itti
kunuunsifamana argachuuf ga’a yo ta’e.
Walqixa Kunuunsa Gaari Argachuu
Bakki jireenya kun imaamati walfakaatu bakkaa bakkati
dabarsuu, baasuu ykn kunuunsuuf tajaajila ada-addaa kennamu
akka karoora mootummaati bakka maalaqi irra dhufu irrati utuu
hin hundaa’in akkaataa jiru irra oolchuu uumu qaba.
Sochii Dhorkamuu
Jiraatan mirga humnaan ykn keemikalaan adabiif ykn akka
mija’uuf hinsosoone gochuu irraa walaba ta’uu qaba akkasumas
dhukkubii itti daga’amuuf walaansa gochuunis hin eegamu.
Dararama
Jiraatan mirga afan darbaa dubatamuu, gudeedamuu,
miidhamuu, reebicha, doorsisisa samuu dhiphisuu, fedha kee
malee nama irra itifamuu sirra hin geenye ofirra
dhorkuu qabda.
Jireenya Gaarii
Bakki jireenya kun jiraatota isaa akkaataa bakki jireenyaa kun
akka tureti itti fufu ykn irra caalaa fooya’uti godhee kunuunsuu
qaba.
21
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
Ulfina/Kabaja
Bakki jireenya kun akkaataa bakki jireenyaa kun akka tureti itti
fufu ykn irra caalaa fooya’uti godhee kunuunsuun ulfina fi
kabaja guutuu jiraataaf akka nama tokkooti kennuu qaba.
Ofiin Murteesuu fi Hirmaannaa
JIraatan mirga:
1. Hojiiwwan, sagantaa, fi kunuunsa fayyaa akka fedha isaati,
gamaagama, fi karoora walaansa baasuu qaba;
2. Miseensota hawaasaa bakka jireenyaa kana jiraatan fi warra
biraa wajjin wal quunnamuu; fi
3. Haala jireenya keeti ykn bakka jireenyaa kana keesatti
jireenya keetii waan siif wayyu filachuu.
Gareewwan jiraataa fi maatii keessatti hirmaachu
Jiraataan mirga kurfa’uu fi gareewwan bakka jireenya keesatti
qooda fudhachuu qaba.
Waan gara-garaa keessati qooda fudhachuu
Mirgoota jiraattoota biraa keessa utuu hin galin, hojiiwwan
hawaasummaa, amantii, fi gamtaa keessatti qooda
fudhachuudhaf mirga ni qabdu
22
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
Waan Barbaadamu Dhiheesu
Yoo fayyyaan ykn nageenyi kee ykn kan jiraatoota biraa balaa
irra bu’e malee, fedhii fi filannoo keetiin waan si barbaachisu
dhiheesu fi tajaajila argachuudhaf mirga ni qabda.
Dararama
Jiraatan mirga afan darbaa dubatamuu, gudeedamuu,
miidhamuu, reebicha, doorsisisa samuu dhiphisuu, fedha kee
malee nama irra itifamuu sirra hin geenye ofirra
dhorkuu qabda.
Komee
1. Jirataan mirga loogii fi aaloo ba’uu utuu irra hinga’in komee
dhiheefachuu qaba. Komeen kun akkata
walaansa kennameef ykn kennamuun malu kan hinkennamin
hafe; fi
2. Bakki jireenya kun komee jiraatan qabaachuu malu hiikuuf
yaali inni godhu jajjabeesuu, inni kunis amala jiraatota birras
hin dabalata.
23
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
BU’UURA ODEEFANOO KANA
(WAAJIIRA KOMII TAJJAJIILA FAYYA CAAQASSAN)
OFFICE OF HEALTH FACILITY COMPLAINTS
PO Box 64970
St. Paul, MN 55164-0970
(800) 369-7994 ykn (651) 201-4200 (nanooishii)
(QOORATA TAJJAJILLA YEROO DHEERA)
OMBUDSMAN FOR LONG-TERM CARE
PO Box 64971
St. Paul, MN 55164-0971
(800) 657-3591 ykn (651) 431-2555 (nanooishii)
(WAAJIRRA FAYYA MIINIISOOTA)
MINNESOTA DEPARTMENT OF HEALTH
(Kutta Toohanoo Fayya)
Health Regulation Division
PO Box 64900
St. Paul, MN 55164-0900
(651) 201-4101
(PROJECTII FAYYA HIRDHATTOTAAF MORMUUF)
THE DEVELOPMENTALLY DISABLED ADVOCACY PROJECT
(Projectii Seera Fayya Sammuu)
The Mental Health Law Project
430 First Avenue North, Suite 300
Minneapolis, MN 55401-1780
(800) 292-4150 ykn (612) 332-1441 (nanooishii)
24
HERAFFI SERRA BIYOOLEEESA
(GULLALA TAJJAJIILLA HORDOFFIIFI QINDAWINNA)
SURVEILLANCE & INTEGRITY REVIEW SERVICES
(Kachachalla Qarqarssa Fayyatiif Hallamale Itii Dhimma Bahuu
– dhimma kaffaltii)
(Medicaid Fraud and Abuse – payment issues)
(Wajiira Qarqarsssa Hawwasuuma Miniisoota)
Minnesota Department of Human Services
PO Box 64982
St. Paul, MN 55164-0982
(800) 657-3750 ykn (651) 431-2650 (nanooishii)
(Waajiita Fayya Miniisoota)
Minnesota Department of
Health
Licensing and Certification
PO Box 64900, St. Paul, MN
55164
651-201-4101
[email protected]
www.health.mn.us
25
GUYYAA: December 4, 2015
Odeeffannoo kana bifa
birootiin argachuu yoo feete,
lakkoofsa asii gadii kananatti
bilbili:
651 201-4101