BIYYA BIROO DAAWWACHUUDHAAFII? MAATII KEESSAN TIKSAA. Gifira ykn measles jechuun dhibee hamaa daran babal’achaa jirudha, biyya akka Aawurooppaaf, Afirikaa, Eeshiyaa, Indiyaa fi Filiappiinis. OSOO BIYYA BIROO HIN IMALIN YKN DEEMSA HIN EEGALIN Eessa akka deemtan doktora keessanitti himaa. Daa’immaniif ijoollen ofeeggannoo gifiraa ykn measles dabalataa isaan barbaachisa. EERGA IMALTANII BOODA Amnaa deebitanii torban sadii giidduutti Yoo namni kamuu ho’ina qaamaa, ol ka’aa fi roobbii agarsiisee; dokotra keessan dubbisaa. Eessa akka deemtanii deebitan ibsaa. Yoo karoora imala biyya biroo qabaatte, Dursii Doktora kee mari’achiisi. Oodeffannoo dabalataaf, www.cdc.gov/travel daawaadhu. Immunization Program P.O. Box 64975 St. Paul, MN 55164-0975 651-201-5503, 1-800-657-3970 www.health.state.mn.us/immunize Adapted with permission from the California Department of Public Health, Immunization Branch (10/11). Translation provided by ECHO Minnesota (Oromo)
© Copyright 2026 Paperzz