Oromo

2017-2018 Sagantaa Barnoota Jalqabaa Kan Puget Sound ESD jedhamutti
barachuuf attamiin himatama
2017-2018 How to Apply for Puget Sound ESD Early Learning Programs
Sagantaa barnoota ganamaa tajaajila barnootaa Puget Sound irratti barachuuf waan iyyattaniif galatoomaa. Maatiiwwan
rakkoo cimaa qaban gargaarra. Garaagarummaa kabajuun daa’immanii fi maatii sanyii, lammii, aadaa, saala, dandeettii, afaan,
barbaacha saalaa, amantii, ykn garaagrummaa dhunfaa biroo kamiyyuu ni keessummeessina.
Gutiinsi ulaagaa sirriitti murteessamaatii, maaloo gaaaffiiwwan hundaa dhugaan deebisaa. Deebiiwwan dursa filannoo
murteessuuf ni fayyadama. Iyyanni guutuu hin taane adeemsa duubatti harkisuu danda’a. Gaaffii yookiin gargaarsa yoo
barbaaddan, iyyata guutuudhaan, maaloo teessoo keenya irratti nu qunnamu dandeessu:
253-945-2379
_____________
Maaloo iyyata kana guutuudhaan sanadoota umrii fi galii mirkaneessan e waliin deebiisaa. Galii
keessan dadhabdann fi/ yookan umriin daa’ima keessanii mirkaneessuuf yoo
ragaahinqabaanne ta’e jechii mataa keessanii haala kana jalatti fudhatama ni qabaatu.
Garagalcha armaan gadiis guyyaa dhaloota daa’ima keessanii mirkaneessuuf tajaajilu danda’a:
 Waraqawwan guddifchaa
 Galmee Talaallii
 Waraqaa ragaa dhalootaa
 Gameewwan yookan kaardii yaalaa
 Seenaa daa’imaa
 Galmee yaalii umurii yookan galmee
hospitaalaa
 Sanadoota mana murtii

Paaspoortii yookan viisaa
 Xaalayaa muudama kunuunsuu
 Ol’iyyata maatii
 Sanada mootummaa guyyaa dhalootaa waliin
 Galmeewwan mana barnootaa
 Karoora barnootaa dhuunfaa yookan tajaajila maatii nama dhuunfaa
(IEP/IFSP)
 Xalayaa badhaasaa TANF
Garagalchaawwan arman gadii galii maatii keessanii mirkaneessuuf ni gargaaru:
 Deebii’a gibiraa/ashura kan bara darbee
 Unkaa W2 kan bara darbee
 Cittuuwwan kafaltii
 Hima ida’ama mindaa Ji’oota 12 darbaniif argachaa turtan
 Xalayaa Gargaraa Badhaasa ummataa (TANF yookan SSI)
 Xaalayaa fayyadamaa kunuunsa
Iyyata kanaa fi sanadoota deeggarsaa Kan deebistan:




Xaalayaa fayyadamaa hojii dhabdummaa
Ibsa/ajaja deeggarsa daa’imaa
Heeyyama maatii raayya ittisa biyyaa
Himoonni ofi ibsuutiif fudhatama kan
qaban haalawwan muraasa jalatti
31457 28th AVE S
Federal Way, WA 98003
Sagantaan barnoota ganamaa keenya iyyata keessaan sakata’uun haaluma gutiinsa ulagaa keessaniin ilaalchisee isiin
qunnama.
Maatiin hunduu hirmaachuuf carraa walqixa akka qabaatan mirkaneessuuf ni hojjenna. Tarree eegumsaa waggaa guutuuni
qabna. Iddoo murtaa’aa waan qabnuuf jalaqaba mana barumsaa irratti tokkoon tokkoo maatiitiif galchiinsa dhiyyeessuu hin
andeenye. Haata’u malee, erga ulaagaa gutuun murtaa’ee booda, daa’imti keessan jalqaba mana barnootaa irrattii battalumaan
filamuu yoo dhabaate maqaa isaa/ishee tarreedhuma eeggataa irra tura. Sagantaa biroo argattanii garuu tarreedhuma
eeggataa keenya irra turuu yoo barbaaddan ta’e. Yeroo kamiittuu maqaa daa’ima keessanii tarree eeggataa irraa haquu ni
dandeessu. Sagantaa barnoota ganamaa PSESD kan baay’ee isinitti dhiyaatu argachuu yoo barbaaddan,
http://www.earlylearningwa.org/index.php/find-a-classroom
Revised 01/2017
Page 1 of 3
08.001.82 NChu
Language: Oromo
Total
Points
Iyyata Barnoota Jalaqabaa 2017-2018
2017-2018 Early Learning Application
Kutaa A: Oddeefannoo daa’imaa
Oddeefannoo daa’imaa
Maqaa jalqabaa daa’imaa: ________________________ Maqaa gidduu: ____ Maqaa dhumaa:
Guyyaa Dhaloota: ________________________________ Saala:  Dhiira  Dubartii
Bilbila:
___
Age
Teessoo:
Maqaa/Lakkoofsa Gamoo:
__
(STAFF ONLY)
Magaalaa:
Ziippi:
Afaanni daa’imni keessan manatti haasa’u maaliidhaa?
Sanyii (wwan)/Gosaa (soota) daa’ima keessanii akkamitti adda baaftu?
Waggaa darbetti, daa’imni kee galmaa’ee?  Jalqaba Mataa Duraa  Jalaqaba Mataa fi/yookiin ECEAP
Yoo eeyyee jette, maqaan sagantaa tajaajila kana kennee:
Odeeffannoo Maatii
Kutaa B: Odeeffannoo ulaaga
Maatiin kee maalaqa gargaarsa yeroo maatii barbaadaniiffudhataa jirtuu?
Daa’ima TANF qofaa?
 Lakkii  Eeyyee
 Lakkii  Eeyyee
Maatiin kee yeroo amaatti deeggarsa kunuunsa daa’immanii fudhataa jira?
 Lakkii  Eeyyee
Ati ykn miseensi maatin kee yeroo ammatti gargaarsa Galii Nageenyaa fudhataa jirtuu?  Lakkii  Eeyyee
Yoo eeyye jette, eenyutu fudhataa jira:
Firooma inni iyyataa waliin qabu:
Iyyanni kun daa’ima kunuunsa guddifamuufu argachaa jiruufiidhaa?  Lakkii  Eeyyee
Kunuunsa michoominaa?  Lakkii  Eeyyee
(FS/FA see App. Proc.
Yeroo ammaatti Jireenya mana dhabummaa jiraachaa jirtaa?
 Lakkii  Eeyyee
for add’l explanation)
Maatiin daa’imaa kana deegarsa tajaajila kunuunsa daa’immanii (Child Protective Services (CPS) ykn tajaajilawwan Nagummaa Daa’ima warra
Indii (ICW) fakkaatufudhataa jira?
 Lakkii  Eeyyee
Maatiin daa’imaa wayita ammaa kana Deegarsa Tajaajila Maatii (Family Assessment Response (FAR)) fudhataa jira?  Lakkii  Eeyyee
Galii maatii waggaa darbee ykn ji’oota 12 darbaniif: _______________________________________
Oddeefannoo daa’imaa
Lakkofsa namootaa maatii ke keessaa:
Umurii daa’immanii tarreessi:
Kutaa C: Odeeffannoo Fayyaa fi Misoomaa
Daa’ima keessan KAN YAALAME by haaloota armaan gadii keessaa kamiinuu dhiyeesaa kunuunsa fayyaatiin yaalame qabaa?
 Lakkii  Eeyyee
Yoo eeyye jette, kanneen ta’an hunda mirkaneesi:
 Sirna hargansuu (Asmii, RSV, RAD, kan biroo)
 Dhukuba Sukuraa  Urguftoo
 Dhibee onnee
 Dhukkubawwan nyaataa (tarreessi): ______________________________  Liqimsuu
 Alerjii- Nyaataan alaa (tarreessi):___________________________
 Kan biroo (tarreessi): _______________________________
Waa’ee fayyaa daa’ima kee ilaalchisee waan biraakan si yaachisu qabdaa?  Lakkii  Eeyyee
Yoo eeyye jette, kanneen ta’an hunda mirkaneesi:
 Nyaataa fi/yookan nyaata madaalamaa addaa  Ulfaatina yeroo dhalootaa xiqqoo (5.5lbs yookan gadi)  Dhageettii
 Dhukkuba ilkaanii/Tortoruu/Dhiiguu iddiddiiwwanii
 Agartuu ijaa  Fayyaa Sammuu  Qoricha/Alkooliin Kan Miidhame
 Nyaata dadhabuu (tarreessi): __________________  Dhimmaa faayya kanneen biroo (tarreessi):
Daa’immi kee inshuraansii waldhaansaa qabaa?  Lakkii  Eeyyee
Yoo eeyye jette, kan gosa akkamiiti:  Fayyaa Applii/Kan One Dhiyeessu  Dhuunfaa  Fayyaa Iindiyaa
 Kanneen biraa:
Daa’imti keessan inshuransii ilkaanii ni qabdii?  Lakkii  Eeyyee
Yoo eeyye jette, kan gosa akkamiiti:  Fayyaa Applii/Kan One Dhiyeessu  Dhuunfaa  Fayyaa Iindiyaa
 Kanneen biraa:
Daa’imni keessan kan armaan gadii qunnamee beeka (Kan dhiyaate hunda qulqulleessaa):
 Sarbamuu/Dagatamuu  Knuunsa guddifamuu seeraan  Sababa amalaatiin giddu gala guddisa daa’immaniitii akka bahan godhamuuf
gaafatamu
Daa’immi kee fedhii adda qabaa? (Hundaa mirkaneessi):  Karoora Tajaajila Maatii Dhuunfessuu (IFSP)
 Sagantaa barnoota Dhunfaa (IEP) Guyyaa Jalqabaa: _________ Guyyaa Dhumaa: _________
 Hanqina qaamaa qoratame
 Ji’oota 6 darban keessatti sagantaa Dhahumsa gidduu gala ganamaa 3 keessatti hirmaachu
Waa’ee guddina daa’ima keessanii yaaddooni qabduu?  Lakkii  Eeyyee
Yoo eeyye jette, kanneen ta’an hunda mirkaneesi:
 Dubbachuu/haasa’uu (sagalee ol kasuu, haasawa duubatti ture, hubachuuf rakkisaa fi/yookan hubannaaf danqaawwan kan biroo)
 Motoora gaarii (jarjaruu, fakkii kaasuu, barreessuu fi/yookan uffachuu)
 Amala (rukutuu, dhaanuu, amala namaan walii galuu dhabuu fi/yookan walta’uu dhabuu)
 Motoora sochii (adeemsa, koruu, darbachuu, naannessuu, qunnamtii ijaa dhabuu, ogummaawwan dhabuu)
 Dhimmoota kan biraa:
Revised 01/2017
Page 2 of 3
08.001.82 NChu
Language: Oromo
Iyyata Barnoota Jalaqabaa 2017-2018
2017-2018 Early Learning Application
Kutaa D: Odeeffannoo Maatii
Daa’imichi kan wajin jiraatu:  Maatii tokko/guddisaa  Maatiiwwan lama/guddistoota
Odeeffannoo Maatii/Guddistoota
Walitti dhufeenya maatiif idaa’imaa:
 Maatii (iiwwan) Dhalchun/Guddisaan
 Guddistuu
 Maatii akaakyyuu(oota)
 Abba/haadha buddeenaa  Kan biroo:
 Adaadaa/Eessumma
Maatii/Guddistoota  Haadha  Abbaa  Kan biroo
Maatii/ Guddisaa  Haadha  Abbaa  Kan biroo
Maqaa:
Maqaa:
Tessoo – yoo kan daa’imaa irra adda ta’e:
Tessoo – yoo kan daa’imaa irra adda ta’e:
Ati Maatii dargaggootti?  Eeyyee  Lakki
Lakk.bilbilaa kan jalqabaa:
 Kan manaa  Mobaayilii  Kan bakka hojii  Ergaa
Lakk.bilbilaa lammaffaa/dabalataa:
 Kan manaa  Mobaayilii  Kan bakka hojii  Ergaa
Ati Maatii dargaggootti?  Eeyyee  Lakki
Lakk.bilbilaa kan jalqabaa:
 Kan manaa  Mobaayilii  Kan bakka hojii  Ergaa
Lakk.bilbilaa lammaffaa/dabalataa:
 Kan manaa  Mobaayilii  Kan bakka hojii  Ergaa
Imeelii:
Imeelii:
Guyyaa dhaloota:
Guyyaa dhaloota:
/
/
Ji’a
Guyyaa
Bara
Maatiin/kunuunsitoonni raayyaa waraanaa Ameerikaa keessatti
dirqama ni qabuu?  Lakkii  Eeyyee
Maatiin/kunuunsitoonni raayyaa waraanaa Ameerikaa kan tajaajilanii
sooramanii?
 Lakkii  Eeyyee
Maatiin/kunuunsitoonni leenjii hojii irraa yookin mana barumsaa
jiruu?
 Lakkii  Eeyyee
Maatiin/kunuunsitoonni hojiirra jiruu?
 Lakkii  Eeyyee
 Yeroo Guutuu  Yeroo gartokke  Waqti waqtiin
 Soorama bahan  Qaama hir’uudha
Yoo hojiirra jiru ta’e sa’aatii meeqaaf hojjetu?
Nama afaan hiiku si barbaachisaa?  Lakkii  Eeyyee
Afaan isa kam haasofta?
/
/
Ji’a
Guyyaa
Bara
Maatiin/kunuunsitoonni raayyaa waraanaa Ameerikaa keessatti
dirqama ni qabuu?  Lakkii  Eeyyee
Maatiin/kunuunsitoonni raayyaa waraanaa Ameerikaa kan tajaajilanii
sooramanii?
 Lakkii  Eeyyee
Maatiin/kunuunsitoonni leenjii hojii irraa yookin mana barumsaa
jiruu?
 Lakkii  Eeyyee
Maatiin/kunuunsitoonni hojiirra jiruu?
 Lakkii  Eeyyee
 Yeroo Guutuu  Yeroo gartokke  Waqti waqtiin
 Soorama bahan  Qaama hir’uudha
Yoo hojiirra jiru ta’e sa’aatii meeqaaf hojjetu?
Nama afaan hiiku si barbaachisaa?  Lakkii  Eeyyee
Afaan isa kam haasofta?
Sadarkaa barnootaa (isa olaanaa xumurame adda baasi)
Sadarkaa barnootaa (isa olaanaa xumurame adda baasi)
 Kutaa 6 yookaan
 Barumsa sadarkaa lammaaffaa
 Kutaa 6 yookaan
 Barumsa sadarkaa lammaaffaa
isaa gadi
kan xumure
isaa gadi
kan xumure
 Kutaa 7
 Koolleejjii/Isaa ol. Leenjii
 Kutaa 7
 Koolleejjii/Isaa ol. Leenjii
 Kutaa 8
 Digirii koolleejjii/waraqaa ragaa leenjii
 Kutaa 8
 Digirii koolleejjii/waraqaa ragaa leenjii
 Kutaa 9
 Digirii Walta’aa
 Kutaa 9
 Digirii Walta’aa
 Kutaa 10
 Digirii Jalqabaa
 Kutaa 10
 Digirii Jalqabaa
 Kutaa 11
 Digirii lammaaffaa
 Kutaa 11
 Digirii lammaaffaa
 Kutaa 12 (dippiloomaa hin qabu)
 Kutaa 12 (dippiloomaa hin qabu)
 Eebbifamuu digirii barsiisummaa (GED)
 Eebbifamuu digirii barsiisummaa (GED)
Maatii kee karaa hunda caaluun gargaruudhaaf maaloo kallattiiwwan siifi/ykn maatii kee yaaddeessu hunda sirriitti ilaali?
 Miidhama qaamaa/
 Hojii/Qaccarrii
 Maatii ykn irriyyoota irraa gargaarsa xiqaa ykn omaa
hojjechuu kan hin dandeenye
 Dhimmoota amala qorichaa/dhugaatii
 Rakkoowwan barachuu
 Godaantummaa/kooluu
 Dhimmaa fayyaa
galtummaa (waggoota 3 darban)
 Uwwisa yaalaa
 Kisaaraa/gadda
 Maatii/wwan walitti
 Dhiibbaa mirgaa maatii
hidhata qaban
 Manaa jireenyaa
 Dhimmoota seeraa
 Qubachisa raayyaa (kan ammaa ykn kan bara darbe)
 Goodaantummaa
 Rakkoo fayyaa Sammu, dhiphina dahumsa booda, yaaddoo cimaa, dhiphachuu, haala hamaa
irraa kan ka’e dhukkubachu (PTSD)
 Giddu galumsa CPS kan bara darbee
 Ji’oota 12 darban keessa mana jireenyaa dhabe (kan dhiyeenyaa miti)
Waa’e sagantaa keenyaa eessa dhageesse?
 Unkaa dabarsuu Eejansii irraa:
 Kan biroo:
Qaaffiilee beekunsa kiyaanan deebiseera. Ragaan kenname kun daa’immi koo sagantaa Ilrii Larniingiitiif ulaaga akka guutu murteesuf tajaajila. Ragaa asirra jiruu
ichitiifi ulaagaa guutuuf QOFA kan itti fadamudha. Nuti Odeeffannoo godaantuudhaaf yookan qaamoota angoo q mootummaa kan birootiif hin kenninu.
Maatii/Guddistoota Mallattoo:
STAFF ONLY
Date received:
Date sent to PSESD:
Site ID/Name:
Guyyaa:
STAFF ONLY
STAFF ONLY
STAFF ONLY
Child’s Name: __________________________________________________
 This child is currently enrolled in a community slot at this center
 This child’s sibling is currently enrolled in a community slot at this center
Date FSS contacted family to review Application: _____________________
Revised 01/2017
Page 3 of 3
08.001.82 NChu
Language: Oromo